seeksvc
Sign in

ABDII SABAA

Channel @abdii_sabaa

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university

Open in Telegram
+ Add to collection
Subscribers
597,019
Last post
1d ago
Collected on 2026-11-21 · not real-time

Introduction

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university

Show the original Telegram description
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯ODEEFFANNOO BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university

System score 6.0 (1 + contributions 4.97) · final 6.0

Content quality Not reviewed yet (counted as neutral 0.5) · 40% +1.80
Safety Not reviewed yet (counted as neutral 0.5) · 30% +1.35
Audience 597,019 subscribers · 12% +0.92
Recent activity Last post 1d ago · 10% +0.90
Telegram verified Not verified · 4% —
Official backlink No linked tools · 4% —
Shakkamtoonni foon horii du’ee gatame qalanii gurguruuf osoo geejjibsiisanii magaalaa Hoolataatti to’ataman Finfinnee, Sadaasa 21, 2026: Godina Giddu-gala Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Hoolataatti, shakkamtoonni sadii foon horii du’ee gatamee qalanii magaalaa Buraayyuutti gurguruuf osoo geejjibsiisanii eeruu hawwaasaatiin to’annaa jala ooluu Qajeelchi Poolisii Bulchiinsa Magaalaa Hoolataa beeksise. Gabaasni qajeelcha poolisichaa akka mul’isutti, shakkamtoonni kunneen Sadaasa 11 bara 2019 Bulchiinsa Magaalaa Hoolataa Ganda Galgal Kuyyuu keessatti horii du’ee gatame bakka jiruu kaasuun qalanii …
3.5K views Media
Chaalenjiin Laaptooppii Asbeks akkuma itti fufetti jira Caalaafi Life Is JESUS CHRIST: walmorkiii jabaa taasisaa jiru. isin eenyuun deeggartu? Guyaa baayyeetu hafa waan ta'eef wanti mudatu hin beekamu ammallee carraa hedduu qabdu. namni tokko guyyaatti sagalee…
14.2K views
🏆 ASBEKS LAPTOP CHALLENGE UPDATE! 🔥💻 🥇 Life Is JESUS CHRIST: 7,337 votes 🥈 Chala: 6,855 votes 🥉 Ra'is Saafii: 1,696 votes 🔥 THE BATTLE IS HEATING UP! ⚡️ Chala gained over 1,000 votes today, but Life Is JESUS CHRIST is fighting back! 😱 ONLY 482 VOTES SEPARATE…
29.2K views Media
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Haleellaa fi Rakkoo Nageenya Saayibarii Isa Mudachuu Beeksise; Tajaajilli Baankii Daldala Itoophiyaas Addaan Cituun Himame! Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa sirna teeknooloojii isaa irratti "rakkoon nageenya saayibarii" (Cybersecurity…
31.2K views Media
Naayijeeriyaan Yaalii Of-Ajjeesuu Tarree Yakkaa Hidhaan Adabsiisan Keessaa Baasuuf Deemti; Pireezidaant Boolaa Tinuubuu Hidhaa Irra Yaala Fayyaa Kennuu Gaafatan! Pireezidaantiin Naayijeeriyaa Boolaa Tinuubuu, yaaliin of-ajjeesuu tarree gochaalee yakkaa keessaa ba'ee namoonni yaalii akkasii irraa hafan adabbii hidhaa mannaa tajaajila yaala fayyaa fi dandamannaa akka argatan mana maree biyyattii (paarlaamaa) gaafataniiru. Wixineen seeraa Pireezidaant Tinuubuun dhiyaate kun seera Naayijeeriyaan yeroo ammaa hojiirra oolchaa jirtu guutummaatti kan jijjiiru yoo ta'u, qaamolee yaalii of-ajjeesuu raa…
28.3K views Media

Similar Telegram resources

breakingmash.t.me iconMash Telegram verified Channel Rating out of 10 6.5 Прислать новость, фото, видео: @inmash1_bot По вопросам рекламы @marina_mousse Помахаться и обсудить новости: t.me/masx3_0 Регистрация в перечне РКН: https://knd.gov.ru/license?id=6726d0b5db0c1931b12fc77f&registryType=bloggersPermission 新闻资讯 3.1M subscribersrian-ru.t.me iconРИА Новости Telegram verified Channel Rating out of 10 6.5 Главные Новости РИА Авторы канала - наши корреспонденты в России и за рубежом. Мы рассказываем о том, что видим сами. Регистрация в перечне РКН www.gosuslugi.ru/snet/678637f9506f967728faabaa 新闻资讯 3M subscriberstasnimnews.t.me iconخبرگزاری تسنیم Telegram verified Channel فارسی Rating out of 10 8.7 تبلیغات در تلگرام @planagency اینستاگرام instagram.com/TasnimNews_Fa توییتر twitter.com/TasnimNews_Fa پیام‌رسان‌های داخلی @TasnimNews ورزشی @TasnimSport جهان تسنیم @JahanTasnim تسنیم روسی @Tasnimnovosti تسنیم عبری @Tasnimnews_hebrew 新闻资讯 2.5M subscriberspinkproxy.t.me iconPINK PROXY | پروکسی Channel Rating out of 10 6.1 ☑️ Collection of MTProto Proxies 📢 تبلیغات اسپانسری: https://t.me/Pink_Pad 📢 تبلیغات بنری: https://t.me/Pink_Bad پینک پروکسی قدیمی ترین تیم پروکسی ایران 新闻资讯 2.4M subscribersphilgodlewskii4.t.me iconPhil Godlewski 4.0 Channel English Rating out of 10 6.1 You can view and join @philgodlewskii4 right away. 新闻资讯 2.1M subscriberscheatkott.t.me iconCHEATKOTT - Your Daily News Channel Rating out of 10 6.1 We’re your go-to infotainment hub, keeping you updated on everything Web 3.0, business, fashion, lifestyle, and education. @CheatKott_Godfather 新闻资讯 2.1M subscribers

Profile

Type Channel
Category News
Telegram verified No
Collected 2026-11-21

Member ratings

No member ratings yet
Sign in to rate
Spotted an error? Suggest an update
This ad space is available @gigaben65 → Ad 300 × 250
About the data
Counts, verification and recent posts come from periodic snapshots of Telegram's public pages and are not real-time. Descriptions are edited; the original text is available under the original description.
seeksvc
一个可查询的宝藏收藏库:开源与闭源软件、开发库与完整解决方案。
© 2026 seeksvc · Manually verified, continuously updated