ABDII SABAA UNIVERSITY
频道 @abdii_sabaa_university
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬NU QUNNAMUUF💬 @Abdii_SabaaSupport 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa
评分(满分 10) 6.0 评分(满分 10) 6.0 /10 系统评分 · 评分说明
- 订阅者
- 117,021
- 最近发帖
- 1 天前
资料采集于 2026-11-21 · 非实时
简介
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬NU QUNNAMUUF💬 @Abdii_SabaaSupport 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa
查看 Telegram 上的原始简介
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬NU QUNNAMUUF💬
@Abdii_SabaaSupport
🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
评分构成
算法 v1 · 评分说明系统基础分 6.0(1 + 维度贡献 4.97) · 最终 6.0
维度 输入 维度值 权重 贡献
内容质量 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 40% 0.50 40% +1.80
安全风险 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 30% 0.50 30% +1.35
受众规模 117,021 订阅者 · 12% 0.85 12% +0.92
近期活跃 最近发帖 1 天前 · 10% 1.00 10% +0.90
Telegram 认证 无认证 · 4% 0.00 4% —
官网互链 无关联工具 · 4% 0.00 4% —
近期动态
在 Telegram 查看全部❤️ Miira keessa keetii jechaan ibsachuu dadhabdee beektaa?
Walaloowwan qalbii namaa tuqan, ergaawwan jaalalaa hawwatoo, mudannoowwan jireenyaa fi gorsa xiinsammuu sammuu kee boqochiisan guyyaa guyyaan argachuu barbaaddaa?
KEBY ECHO, Bakka yaadni fi miirri kee iddoo itti argatu! Miirri kabajamuu qaba, miirri hiikkaa jiruu keenya dhugaadha. Yoo miirri jiraate siyaa’inni uumama.
✍️ Walaloowwan miiraa | 💕 Gorsaa fi mudannoo jaalalaa | 📖 Kitaabota xiinsammuu fi asoosamootaa bakka tokkotti argachuun 👇 Qalbii kee boqochiisuuf ammuma Chaanaalii teelegiraamii kana join godhi:
🔗
https://t.me/KebyEcho
3,140 次浏览
#MattuUniversity
Yuunivarsiitiin Mattuu barattoota sagantaa Riimidiyaaliitiin bara 2019 ministeera Barnootaatiin gara moorichaatti Ramadaman hundaaf guyyaan galmeee Sadaasa 28 fi 29/2019 tahuu hubattanii qaamaan moorichatti argamuun akka galmooftan isin hubachiifna jechuun yuunivarsitichi fuula miidiyaa hawaasaa isaa irratti maxxanse.
Hubachiisa:
● Barattoonni saayiniifankishinii hawaasaa fi Saayinsii Uumamaa maqaan keessan A, Fi B irraa jalqabu galmeen keessan Kaampaasii Beddelleetti yommuu tahu
● Galmeen barattoota hafee mooraa guddichatti taha jechuudha.
● Galmeef waraqaa eenyummaa biyyaa…
9,480 次浏览
[图片/视频]
8,420 次浏览
#WachemoUniversity
Yuunivarsiitiin Wachaamo barattoota haaraa bara 2019 A.L.I. barnoota Riimidiyaaliif ramadamtan, yeroo galmee keessanii Sadaasa 24 fi 25/2019 A.L.I. ta'uu beeksiseera.
Bakka galmee
Maqaan keessan A hanga M yoo ta'e, Kaampaasii Guddaa, Magaalaa Hosa'inaa deemuun galmaa'aa.
Maqaan keessan N hanga Z yoo ta'e, Kaampaasii Duramee, Magaalaa Duramee deemuun galmaa'aa.
Waraqaa fi meeshaalee galmeef barbaachisan
Ragaa barnoota kutaa 8ffaa fi 12ffaa (Original fi Copy).
Tiraanskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa (Original fi Copy).
Suuraa paaspoortii safartuu 3×4 ta'e 6.
Waraqaa…
1.1 万 次浏览
[图片/视频]
9,560 次浏览