seeksvc
登录

FMC Afaan Oromoo

频道 ✓ Telegram 认证 @afanoromofana

This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. @fanatelevision @FMCSport @tigrignafana For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/

在 Telegram 中打开
+ 加入集合
订阅者
70,780
最近发帖
1 天前
资料采集于 2026-11-21 · 非实时

简介

This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. @fanatelevision @FMCSport @tigrignafana For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/

查看 Telegram 上的原始简介
This is FMC Afan Oromo official Telegram channel. @fanatelevision @FMCSport @tigrignafana For more updates please visit https://fanamc.com/afaanoromoo/

系统基础分 6.2(1 + 维度贡献 5.17) · 最终 6.2

内容质量 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 40% +1.80
安全风险 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 30% +1.35
受众规模 70,780 订阅者 · 12% +0.76
近期活跃 最近发帖 1 天前 · 10% +0.90
Telegram 认证 有 Telegram 认证 · 4% +0.36
官网互链 无关联工具 · 4% —
Yaa’ii Fayyaa Ardii guddicha namoonni kumni 30 ol irratti hirmaatan Finfinnee, Sadaasa 12, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii 5ffaa Fayyaa Uummataa Afrikaa ni keessummeessiti. Yaa’iin Sadaasa 14- 18, 2019 Giddugala Konveenshinii Idil addunyaa Addisitti gaggeeffama. Waltajjii ardii guddaa kana irratti biyyoota 100 ol irraa bakka bu’oonni kuma 30 ol ta’an akka hirmaatan ni eegama. Yaa’iin kun tumsa Giddugala To’annoo fi Ittisa Dhukkubootaa Afrikaa (Africa CDC)… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/yaaii-fayyaa-ardii-guddicha-namoonni-kumni-30-ol-irratti-hirmaatan/
115 次浏览 图片/视频
Arseenaal vs Niwuukaastiil Yuunaayitiid… Finfinnee, Sadaasa 12, 2019 (FMC) – Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 11ffaan har’a taphoonni 7 ni taphatamu. Dursaan liigichaa Arseenaal Jeems Paarkiitti imaluun Niwuukaastiil Yuunaayitiid waliin morkiin taasisu ni eegama. Taphichi galgala Sa’aatii 2:30 irratti taphatama. Liigicha qabxii 27’n dursaa kan jiru Arsenaal ,injifannoo isaa 6ffaa galmeessuuf dirree seena. Sadarkaa 12ffaarratti kan argamu Niwuukaastiil Yuunaayitiid gamasaan… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/arseenaal-vs-niwuukaastiil-yuunaayitiid/
678 次浏览 图片/视频
Itiyoophiyaa fi Ameerikaan Hariiroo diinagdee cimsuuf mari’atan Finfinnee, Sadaasa 12, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Ameerikaan dippiloomaasii daldala guddisuu fi hariiroo diinagdee caalmaatti cimsuuf marii dandeessisu gaggeessaniiru. Ministirri Ministeera Maallaqaa Dooktar Fitsuum Asaffaan Jila Ministeera Daldalaa Ameerikaatti Gargaara Barreessaa Dhimmoota Afrikaa Maark Miisheeliin durfamu waliin mari’ataniiru. Marichi daldalaa fi Invastimantii babal’isuuf dhaabbiilee michuu Dhuunfaaf carraalee haaraa uumuun dippiloomaasii Daldalaa babal’isuun waliti dhufeenya… https://www.fanamc.com/afaanor…
687 次浏览 图片/视频
Daandiin qilleensichaa daandii qilleensaa filatamaa ‘APEX’ Afrikaa jedhamuun beekamtii argate Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa ‘APEX’ daandiiwwan qilleensaa idil addunyaa abbaa urjii 5 bara 2027 jedhamuun beekamtii fi badhaasa goonfateera. Akkasuma Daandii Qilleensaa Filatamaa ‘APEX’ Afrikaa jedhamuun badhaasaa fi beekamtii argateera. Beekamtii fi badhaasni arganne caalmaatti cimnee akka hojjennuuf nu onnachiisa jedhe dhaabbatichi ergaa fiila miidiyaa hawaasummaa isaan dabarseen. #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/daandiin-qill…
2,830 次浏览 图片/视频
Qidduus Giyoorgis 2 – 0 Hadiyyaa Hoosa’inaa Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 6ffaa har’a taphatameen Qidduus Giyoorgis Hadiyyaa Hoosa’inaa injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:30 jalqabee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Qidduus Giyoorgiis galchii 2 fi 0’n Hadiyyaa Hoosa’inaa injifateera. #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa https://www.fanamc.com/afaanoromoo/qidduus-giyoorgis-2-0-hadiyyaa-hoosainaa/
2,760 次浏览 图片/视频

同类 Telegram 资源

资料档案

类型 频道
Telegram 认证 已认证
资料采集 2026-11-21

会员评分

还没有会员评分
登录后评分
资料有误?提交更新建议
此广告位招租 @gigaben65 → 广告 300 × 250
数据说明
人数、认证与近期动态来自 Telegram 公开页面的定期采集,非实时;简介由编辑整理,原文可在「原始简介」查看。
© 2026 seeksvc · 数据人工核实,持续更新