BBC AFAAN OROMOO
频道 @bbcafannoromoo
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
评分(满分 10) 5.7 评分(满分 10) 5.7 /10 系统评分 · 评分说明
- 订阅者
- 134,582
- 最近发帖
- 10 天前
资料采集于 2026-11-21 · 非实时
简介
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
查看 Telegram 上的原始简介
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
评分构成
算法 v1 · 评分说明系统基础分 5.7(1 + 维度贡献 4.70) · 最终 5.7
维度 输入 维度值 权重 贡献
内容质量 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 40% 0.50 40% +1.80
安全风险 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 30% 0.50 30% +1.35
受众规模 134,582 订阅者 · 12% 0.85 12% +0.92
近期活跃 最近发帖 10 天前 · 10% 0.70 10% +0.63
Telegram 认证 无认证 · 4% 0.00 4% —
官网互链 无关联工具 · 4% 0.00 4% —
近期动态
在 Telegram 查看全部Yeroo hoggantoonni kampaaniiwwan tekinooloojii, namoonni siyaasaa bebbeekamoon, akkasumas bulchitoonni biyyaa kiyyoo jaalaala ykn jaaltoo dhoksaan qabaachuu keessatti kufan, yeroo baayyee namoonni waanuma akka isaan jireenya dhuunfaa isaanii keessatti qaaniin isaan mudate qofaatti ilaalu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TLmvrG2
1.9 万 次浏览
Siyaasa Gaanfa Afrikaa:- Gorsaan Dhimmoota Baha Afrika Ministiraa Muummee Itoophiyaa, obbo Getaachoo Raddaa, mootummaan Ertiraa fi Sudaan gareewwan hidhattoota mootummaa Itoophiyaa lolaa jiran deeggaruun haleellaawwan diroonii walitti fufinsaan Itoophiyaa keessatti raawwataman keessa harka qabaachuu isaanii himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zoRZFnc
2.1 万 次浏览
Haleellaan saayiberii dhiheenya Faransaayitti raawwatame haleellaan saayiberii kompitarootaa fi weebsaayitootarra darbee jireenya guyyuu dhala namaa miidhuu akka danda'u mul'ise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WRJrUyl
1.8 万 次浏览
Daa'imman Sudaan miliyoonaan lakkaawaman waraanni jireenya isaanii jeeqe keessaayi. Waraana keessatti miila lamaan dhabe. Taphataa Riyaal Maadriid Viinishiyees JR kan dinqisiifatu mucaan viidiyoodhaan wal arganii isa jajjabeessera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fSaBtxg
1.8 万 次浏览
Eeyyama kongirasii malee Iraan irratti waraana bane jechuun Ministira Ittisaa US Piit Hegset aangoorraa buqqisuuf yaaliin taasifame fashale.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cBPGDsH
1.5 万 次浏览