seeksvc
登录

Jaalala♡Qulqulluu💖

频道 @jaalala_qulqulluu

Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣ Yaadaafii gaafii keessan @Yaada_Keessaan_Bot gubbaan dhiheeffachuuf karaan banaadha.

在 Telegram 中打开
+ 加入集合
订阅者
11,378
最近发帖
1 天前
资料采集于 2026-11-21 · 非实时

简介

Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣ Yaadaafii gaafii keessan @Yaada_Keessaan_Bot gubbaan dhiheeffachuuf karaan banaadha.

查看 Telegram 上的原始简介
Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣ Yaadaafii gaafii keessan @Yaada_Keessaan_Bot gubbaan dhiheeffachuuf karaan banaadha.

系统基础分 5.8(1 + 维度贡献 4.81) · 最终 5.8

内容质量 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 40% +1.80
安全风险 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 30% +1.35
受众规模 11,378 订阅者 · 12% +0.76
近期活跃 最近发帖 1 天前 · 10% +0.90
Telegram 认证 无认证 · 4% —
官网互链 无关联工具 · 4% —
Jaalalli namni tokko tokko jireenya keenya keessa nuuf kannu lamada deebitee nama biraatiin nuuf hin kannamtu. Jabeessii itti gammadi. ❤️
151 次浏览
Jireenya nama hundaa keessa nama tokkootu jira... Nama guyyaan kuficha keetii guyyaa inni milkaa'een wal qixa isa gammachiisuutu jira. Hinaaffaan dhukkuba qalbiiti. :¨·.·¨: `·. @Jaalala_qulqulluu🌹
1,540 次浏览
Guyyaa miskiinootaa (single day) baga geessan ! .......................... ❤️🎉🎊
1,980 次浏览
● Si malee Jireenyi Anaaf hin miyaa'u Secondii walakkaaf Osoo An sin yaadin Dhi'ee hin bari'u🌹 Sin jaalladha ... Koo 🌷 @A4mulaa_jireenyaa
1,780 次浏览 图片/视频
Dhiira goggogaa qalbii jabaatu hin tahin. Dubartoota gargaaruun dhiirummaa dabala malee hin irrisu. Ganama wajjiin bahan, wajjiin dhaabbatanii hojjachaa oolan, galgala hogguu galan miila gidaaratti dhaabeeti filmii ilaala, isheen meeyshaa dhiiyxee nyaata gootee, waan boruu qopheesitee hurkaa buusti, ishuma tana ammaas fadhii isaa guuttachuuf afaan banee siree irratti eeggata.💔 Dubartoota gargaaraa ykn hojii addaan filadhaa, manaa baatanii hojii gos takkaa hojjachaa, hojii mana keessaatiis isuma qofaaf dhiisuun seera kami, shari'aa kami, amantaa kami? 😒
2,130 次浏览

同类 Telegram 资源

资料档案

类型 频道
Telegram 认证 未认证
资料采集 2026-11-21

会员评分

还没有会员评分
登录后评分
资料有误?提交更新建议
此广告位招租 @gigaben65 → 广告 300 × 250
数据说明
人数、认证与近期动态来自 Telegram 公开页面的定期采集,非实时;简介由编辑整理,原文可在「原始简介」查看。
© 2026 seeksvc · 数据人工核实,持续更新