seeksvc
Sign in

Dhaamsa Jaalalaa 💝

Channel @orolovechats

"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada". 👆 Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!. @samii_koo

Open in Telegram
+ Add to collection
Subscribers
9,879
Last post
21d ago
Collected on 2026-11-21 · not real-time

Introduction

"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada". 👆 Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!. @samii_koo

Show the original Telegram description
"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada". 👆 Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!. @samii_koo

System score 5.3 (1 + contributions 4.32) · final 5.3

Content quality Not reviewed yet (counted as neutral 0.5) · 40% +1.80
Safety Not reviewed yet (counted as neutral 0.5) · 30% +1.35
Audience 9,879 subscribers · 12% +0.54
Recent activity Last post 21d ago · 10% +0.63
Telegram verified Not verified · 4% —
Official backlink No linked tools · 4% —
"Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee television sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef. * Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota waamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti deebi'e😋 Shammarran tokko tokko gaafii akkasii dhiisa isin jedha Mujaahid Rashiid 😂
2.3K views Media
Hardha, yemmuu wal arginu Natti maramiitii qabii na haammadhu Akka waan, ani bor du'uutti Bor ammoo, Natti kaadhuu ofitti na qabi Akkan waanan, du'ee du'aa ka'ee Deebi'ee dhufeetti Ermias ✍🏾 @orolovechats
2.4K views Media
https://t.me/boost/orolovechats
3.2K views
Dhiirti irra hedduun haadha manaa isaanii dura du'an. Uumama, hortee ykn sanyirraahii miti. Dhiironni hedduun ifumaaf suuta suutaan if ajjeesu. Gaafa dura Jaarsa tahu sanirraa eegalee; Dhiheessaan isa. Ka rakkoo furu isa. Kan eegu isa. Gaafa kana ilma namaa tahuu isaa firraa dhiisa. -Dhiibbaa hunda callisee fudhatee deema -Cinqama (stress) akkuma normal tahee tokkotti deemaan. -Sodaa waan jedhamu dirqama isaa godhateeti osoo maatiin hin geenye qabatee deemaan. Aadaa hawaasa keenyaatu dhiirti dhugaa tan komataa ooltu akka hin taane barsiise. Dhiirti dhugaa; Ni qamaati. Ni aarsiti. Waan argat…
4.3K views
" Fedhii koo malee si jaalladhe. ●Ati hunda caalaa bareedduu waan taateef miti, garaan kee bal'aa, yaanni kees gadi fagoo waan ta'eefi. Bareedinni yeroo muraasaaf ija namaa hawwata; amalli gaariin garuu bara baraan onnee namaa keessa jiraata. Namni bareedina qofa jaallatu, yeroo hunda gowwaadha. " Bahara jaalalaa(Mahmoud Darwish)
4.8K views Media

Similar Telegram resources

Profile

Type Channel
Telegram verified No
Collected 2026-11-21

Member ratings

No member ratings yet
Sign in to rate
Spotted an error? Suggest an update
This ad space is available @gigaben65 → Ad 300 × 250
About the data
Counts, verification and recent posts come from periodic snapshots of Telegram's public pages and are not real-time. Descriptions are edited; the original text is available under the original description.
seeksvc
一个可查询的宝藏收藏库:开源与闭源软件、开发库与完整解决方案。
© 2026 seeksvc · Manually verified, continuously updated