seeksvc
登录

𝐐𝐚𝐫𝐨𝐨 𝐅𝐚𝐠𝐨👀

频道 @qaroo_fagoo

📌Qaroon qara qaba Fageesse ilaaluf ilaalee hubaachuf.

在 Telegram 中打开
+ 加入集合
订阅者
9,886
最近发帖
7 天前
资料采集于 2026-11-21 · 非实时

简介

📌Qaroon qara qaba Fageesse ilaaluf ilaalee hubaachuf.

查看 Telegram 上的原始简介
📌Qaroon qara qaba Fageesse ilaaluf ilaalee hubaachuf.

系统基础分 5.6(1 + 维度贡献 4.59) · 最终 5.6

内容质量 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 40% +1.80
安全风险 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 30% +1.35
受众规模 9,886 订阅者 · 12% +0.54
近期活跃 最近发帖 7 天前 · 10% +0.90
Telegram 认证 无认证 · 4% —
官网互链 无关联工具 · 4% —
Namoonni Hala appii bilbilan hojechuu barbaddan maraf. STEP Kana sirriitti hordofaa: 1. Linkii 👇 kana tuqaa 👇👇👇👇 https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_gamePage?uid=4512243 2. Application download godhaa xumuraa 3. Sign in with Google kan jedhu filachuun, akkasumas guyyaa dhalootaa keessan guutaa, guyyaan dhalootaa akka Awurooppaatti umriin keessaan 18 gadi akka hin taane. 4 message kan jedhu seenun Taadese$$ jedhu tuqun "agree" gochu hn dagatina namoota hacker isin godhanira of ega achi bahati fula jalqabati deebiha. 5 "Me " kan jedhu gara harka mirgaa jalaa kan jirtu tuquun gara "Ta…
165 次浏览
Xiqqoodhuma ishee ati dadhabnaan sa'aati 24 keessatti si awwaaluuf warra qophaa'antu naannoo kee jiraa Of eegi!!! @Qaroo_Fagoo 👀
166 次浏览
Jireenyi Of Barbaaduu Qofa Miti; Of Ijaaruu fi Of Uumuu Dha. Jireenyi nama tokkoof kennaa qofa miti; itti gaafatamummaa guddaa dha. Namni tokko bakka inni jiru irraa gara bakka inni hawwuutti ce'uuf of beekuu, of amanuu fi ofiin hojjechuun dirqama qaba. Namni guddatee dhalatee hin dhufu; inni guddaan yaada isaa, hojii isaa, murannoo isaa, obsaa fi barumsa isaa irraa ijaaramu. Ati har'a eenyu akka taate qofa miti; bor eenyu ta'uu akka dandeessu ilaali. Rakkoon jireenyaa si dadhabsiisuuf qofa hin dhufu; yeroo baay'ee humna kee keessaa isa ati hin beekne sitti mul'isuuf dhufa. Wanti si mudatu …
354 次浏览
Ajaa'iba!! Guyya tokko titisni bokkan itti roobe tokko gaanfa sangaa tokko irraa qubatte aduu ho'ifachaa yeroo dheeraf turtee. Erga yeroon qorra darbeen booda gurra sanga sanatti gad jechuun "Dhifaama amma deemaan jira," jetten Sangiichis garagalee ilaale akkas jedhe deebiseef "Yeroo narra qubattes natti hin dhaga'amne; yeroo kaatus hooma natti hin dhaga'amuu deemi," jedhen Jireenya keenya guyya guyyaa keessati namoonni tokko tokko ni jiruu.Yeroo nu walin jirataanis bu'aa nuuf hin qaban, yoo nurraa fagatanis kan nuun fayyadin. Garuu akka waan jireenya keenya keessati gahe gudda qabanitti of i…
349 次浏览
Dargagummaan si qabdee Girgir Akka si goote Gurbaa safaraa Sanas Jaalalaan Akka moote Silkii harmeeke keessaa Paakejjiin akkan teenye Hojiikeef safuu malee Waanta baayyee dhageenye! Silkiis gurrarraan buustu Yeroo deemtu barnoota Namatu natti hime Abaluusaa Maal goota? Class'iis akka haftu Guyyaa kamisaaf gabaa Nama wayiin natti hime Oduusaa gurraan qaba! Tokko lamaan haasofna Dhuftiko silaa geesse Abaluusaas natti himta Gurbicha si gaggeesse! Booru keenya fooyyessuuf Labrary'tti isan kaadhu At qe'ee keessa deemii Mastiikaa ke naaf nyaadhu!😳😳 Muca doormi koo irraati saba 🥱🥱 #𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐔𝐒 𝐅𝐎𝐑 𝐌…
508 次浏览

同类 Telegram 资源

资料档案

类型 频道
Telegram 认证 未认证
资料采集 2026-11-21

会员评分

还没有会员评分
登录后评分
资料有误?提交更新建议
此广告位招租 @gigaben65 → 广告 300 × 250
数据说明
人数、认证与近期动态来自 Telegram 公开页面的定期采集,非实时;简介由编辑整理,原文可在「原始简介」查看。
© 2026 seeksvc · 数据人工核实,持续更新