ABDII SABAA
频道 @abdii_sabaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university
评分(满分 10) 6.0 评分(满分 10) 6.0 /10 系统评分 · 评分说明
- 订阅者
- 597,019
- 最近发帖
- 1 天前
资料采集于 2026-11-21 · 非实时
简介
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university
查看 Telegram 上的原始简介
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
💬Contact Us💬
@AbdiiSabaaDm
🎯ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
评分构成
算法 v1 · 评分说明系统基础分 6.0(1 + 维度贡献 4.97) · 最终 6.0
维度 输入 维度值 权重 贡献
内容质量 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 40% 0.50 40% +1.80
安全风险 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 30% 0.50 30% +1.35
受众规模 597,019 订阅者 · 12% 0.85 12% +0.92
近期活跃 最近发帖 1 天前 · 10% 1.00 10% +0.90
Telegram 认证 无认证 · 4% 0.00 4% —
官网互链 无关联工具 · 4% 0.00 4% —
近期动态
在 Telegram 查看全部Shakkamtoonni foon horii du’ee gatame qalanii gurguruuf osoo geejjibsiisanii magaalaa Hoolataatti to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 21, 2026: Godina Giddu-gala Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Hoolataatti, shakkamtoonni sadii foon horii du’ee gatamee qalanii magaalaa Buraayyuutti gurguruuf osoo geejjibsiisanii eeruu hawwaasaatiin to’annaa jala ooluu Qajeelchi Poolisii Bulchiinsa Magaalaa Hoolataa beeksise.
Gabaasni qajeelcha poolisichaa akka mul’isutti, shakkamtoonni kunneen Sadaasa 11 bara 2019 Bulchiinsa Magaalaa Hoolataa Ganda Galgal Kuyyuu keessatti horii du’ee gatame bakka jiruu kaasuun qalanii …
3,540 次浏览 图片/视频
Chaalenjiin Laaptooppii Asbeks akkuma itti fufetti jira Caalaafi Life Is JESUS CHRIST: walmorkiii jabaa taasisaa jiru. isin eenyuun deeggartu? Guyaa baayyeetu hafa waan ta'eef wanti mudatu hin beekamu ammallee carraa hedduu qabdu. namni tokko guyyaatti sagalee…
1.4 万 次浏览
🏆 ASBEKS LAPTOP CHALLENGE UPDATE! 🔥💻 🥇 Life Is JESUS CHRIST: 7,337 votes 🥈 Chala: 6,855 votes 🥉 Ra'is Saafii: 1,696 votes 🔥 THE BATTLE IS HEATING UP! ⚡️ Chala gained over 1,000 votes today, but Life Is JESUS CHRIST is fighting back! 😱 ONLY 482 VOTES SEPARATE…
2.9 万 次浏览 图片/视频
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Haleellaa fi Rakkoo Nageenya Saayibarii Isa Mudachuu Beeksise; Tajaajilli Baankii Daldala Itoophiyaas Addaan Cituun Himame! Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa sirna teeknooloojii isaa irratti "rakkoon nageenya saayibarii" (Cybersecurity…
3.1 万 次浏览 图片/视频
Naayijeeriyaan Yaalii Of-Ajjeesuu Tarree Yakkaa Hidhaan Adabsiisan Keessaa Baasuuf Deemti; Pireezidaant Boolaa Tinuubuu Hidhaa Irra Yaala Fayyaa Kennuu Gaafatan!
Pireezidaantiin Naayijeeriyaa Boolaa Tinuubuu, yaaliin of-ajjeesuu tarree gochaalee yakkaa keessaa ba'ee namoonni yaalii akkasii irraa hafan adabbii hidhaa mannaa tajaajila yaala fayyaa fi dandamannaa akka argatan mana maree biyyattii (paarlaamaa) gaafataniiru. Wixineen seeraa Pireezidaant Tinuubuun dhiyaate kun seera Naayijeeriyaan yeroo ammaa hojiirra oolchaa jirtu guutummaatti kan jijjiiru yoo ta'u, qaamolee yaalii of-ajjeesuu raa…
2.8 万 次浏览 图片/视频