ÃL~Fãlâh Dãwã grøúp
频道 @alfalahdawagrp
👈"لانريدمنكم جزآءولاشكورا"👉 Kootta Diinii Faaya Kana Wal Haa Barsiifnuu Galata Walirraa Barbaaduun Maletti. "Aayaata tokkollee yoonif tahe narraa geeysaa" Dhaamsa rasuulati(Sallallaahu Aleeyhi wa sallam)
评分(满分 10) 5.6 评分(满分 10) 5.6 /10 系统评分 · 评分说明
- 订阅者
- 1,545
- 最近发帖
- 2 天前
资料采集于 2026-11-21 · 非实时
简介
👈"لانريدمنكم جزآءولاشكورا"👉 Kootta Diinii Faaya Kana Wal Haa Barsiifnuu Galata Walirraa Barbaaduun Maletti. "Aayaata tokkollee yoonif tahe narraa geeysaa" Dhaamsa rasuulati(Sallallaahu Aleeyhi wa sallam)
查看 Telegram 上的原始简介
👈"لانريدمنكم جزآءولاشكورا"👉
Kootta Diinii Faaya Kana Wal Haa Barsiifnuu Galata Walirraa Barbaaduun Maletti.
"Aayaata tokkollee yoonif tahe narraa geeysaa" Dhaamsa rasuulati(Sallallaahu Aleeyhi wa sallam)
评分构成
算法 v1 · 评分说明系统基础分 5.6(1 + 维度贡献 4.59) · 最终 5.6
维度 输入 维度值 权重 贡献
内容质量 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 40% 0.50 40% +1.80
安全风险 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 30% 0.50 30% +1.35
受众规模 1,545 订阅者 · 12% 0.50 12% +0.54
近期活跃 最近发帖 2 天前 · 10% 1.00 10% +0.90
Telegram 认证 无认证 · 4% 0.00 4% —
官网互链 无关联工具 · 4% 0.00 4% —
近期动态
在 Telegram 查看全部Abdullaah Ibn Mas’uud (R.A) barakhaa fuudhaaf heerumaa irraa yeroo dubbatu:-
"Odoo jireenya khoo irraa guyyaan kudhan qofti hafee, qophaa khoo Rabbiin dura dhaabbachuu jibbuu khootiif jecha, fuudhatti seenuun filadha."
Dhaamsa Ibnul Qayyim Al-Jawzi (Rahimahullaah) kitaaba isaanii Rawdatul Muhibbiin keessatti:-
"Jaalalli dhugaa kan wal fuudhuun xumuramuudha. Fuudhaa fi heerumni foon lama walitti fiduu qofa osoo hin taane, qalbii fi ruuhii lama tan gara Aakhiraatti waliin deeman walitti qabuu dha."
😊
62 次浏览
☆☆❤️🔥☆☆
Seenaa namoota jireenya keessatti hedduu miidhamanii jiruu isaanii keessatti gufatanii duuba, yeroo hedduu hiriyyaa summiitu jira.
❣Khanaafuu, marsaan (circle) khee warra milkaa'uu kheetitti gammadanii siin boonanimoo, warra siif hinaafanii yeroo hunda siin of dorgamsiisuu keessatti "busy" tahanii jiran, warra si caaluun qofti isaaniif gammachuu kannu. Warra kufuun kee milkaa'uu isaaniitiin wal qixa isaan gammachiisu tahuu adda baafadhu.
👀 Ijji hin kijibdu 🤔
• Umar ibn khaxxaab (RA): "Gargaarsaa fi qajeelfama Rabbii booda, wanti caalaan nama tokkoof khannamu hiriyyaa gaarii dha." Hi…
203 次浏览
☆☆☆☆☆
Dogongora(badii) keessa yeroo seenan fuul duratti deemanii badii gubbaan badii dabalchuu malee badii dhiisuu qaanyii hanga nama fakkaatutti wanti nama oofu.
1, Yeroo iimaanni namaa irrate, yeroo amalli waa qaanfachuu nama irraa deemaa dhufe ija nama hedduu duratti badii dalaguufii dubbachuudhaan badii saniin ija namootaa seenaa dhufuudha. Namni nagiya qabu, kan hojii gaariidhaan barame yeroo iimaanni isaa daangaa malee gad bu'u baditti yoo bobbahe, badii saniin namni hedduun akka isa baran yoo of godhe deebi'uun isaa ulfaataa taha.
☆Badii dalaguun hamtuudha, badii san "normalised" goot…
311 次浏览
☆☆☆☆☆
Rakkoo xixiqqoo si dhuftu hunda lakkaawaa ooluun, yeruma Rakkatte hunda waan hin dabarre sahaa ooluun, hanga isiin dabartutti hifattee if jibbuun, Rakkina dabalachuudha. Ilmi namaa hundi rakkoolee gurguddo keeysa jira, warri nagiya qabu warra if irraanfachiisaa deemu, kan Rabbi itti kadhachuu beekhu qofa.
Yeroo rakkoo if irraanfachiiftu, hiriyyuummaan siifii Rakkoo jidduu jiru xiqqaacha demti isiiniis gara warra isii yayyaadachaa oluu, warra jiruu abaaraa ooluutti sibiraa godaanti. Dheeyxee isaan Rakkifti.
Yeroo san ati yoo xiqqaate Rakkinuma san keessattuu qalbiin kee nagiya si qabdi, …
320 次浏览
☆☆☆☆☆
Nama wanti shan isa keessatti walitti qabamte dhumti kan isaati.
1, Nama fadhii isaa bulfachuu dandahu:-
-Kha odoo godhuu dandahuu, odoo balleessuu dandahuu if qabu
-Kha odoo talisoomee dhiisuu fadhuu hojjatu.
2, Nama odoo naannooyni isaa hundi itti dukkanaaheehiis yeroo cufa arraba isaa irraa abdii qofa dhageessu.
3, Nama haala fadhe keessatti Rabbi yaadachuufii kadhachuu hin dhiisne.
4, Nama haadhaaf abbaa isaa eeggachuu keessatti cimaa.
5, Nama hiree argateen hin dagamne.
@AlfalahDawagrp.
368 次浏览 图片/视频