Burqaa Ispoortii
频道 @burqaaispoortii
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupport
评分(满分 10) 6.0 评分(满分 10) 6.0 /10 系统评分 · 评分说明
- 订阅者
- 197,639
- 最近发帖
- 1 天前
资料采集于 2026-11-21 · 非实时
简介
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupport
查看 Telegram 上的原始简介
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
评分构成
算法 v1 · 评分说明系统基础分 6.0(1 + 维度贡献 4.97) · 最终 6.0
维度 输入 维度值 权重 贡献
内容质量 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 40% 0.50 40% +1.80
安全风险 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 30% 0.50 30% +1.35
受众规模 197,639 订阅者 · 12% 0.85 12% +0.92
近期活跃 最近发帖 1 天前 · 10% 1.00 10% +0.90
Telegram 认证 无认证 · 4% 0.00 4% —
官网互链 无关联工具 · 4% 0.00 4% —
近期动态
在 Telegram 查看全部⭕️Joozee Mooriinihoo:
Beeliinghaam addadha addunyaa kanarra taphataan akka isaa hin jiru.
Inni nama hin amansiifnedha.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1 次浏览 图片/视频
⭕️ Hojii gaggeessaan olaanaa Man Yunaayitid Omaar Berrada Taphattoota garee kana ni fooyyessa jennee hin yaadneef paawundii miiliyoona 40-50 baasuun bu'aa hin qabu jechuun Sky'tti himeera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
601 次浏览 图片/视频
⭕️ Haarri Keen tapha Baayermuunik Maanchistar Yunaayitid waliin taasisan sababa miidhaaman hin hirmaatu!
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
901 次浏览 图片/视频
⭕️ Maanchistar Siitiin taphataa sarara fuulduraa PSG Deeziree Duuyee mallatteessisuuf fedhii cimaa qaba.
Haa ta'u malee, PSG'n isa tursiisuuf barbaada akkasumas waliigaltee yeroo dheeraatiin isa tursiisuu barbaada.
👉[TEAMtalk]
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1,200 次浏览 图片/视频
⭕️ Maanchistar Siitiin har'a Fuulhaam yoo injifate seenaa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti garee jalqabaa taphoota 18 walitti aansuun morkataa tokko injifate ta'a.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
1,200 次浏览 图片/视频