Dhaamsa Jaalalaa 💝
频道 @orolovechats
"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada". 👆 Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!. @samii_koo
评分(满分 10) 5.3 评分(满分 10) 5.3 /10 系统评分 · 评分说明
- 订阅者
- 9,879
- 最近发帖
- 21 天前
资料采集于 2026-11-21 · 非实时
简介
"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada". 👆 Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!. @samii_koo
查看 Telegram 上的原始简介
"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada".
👆
Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!.
@samii_koo
评分构成
算法 v1 · 评分说明系统基础分 5.3(1 + 维度贡献 4.32) · 最终 5.3
维度 输入 维度值 权重 贡献
内容质量 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 40% 0.50 40% +1.80
安全风险 未经判官审核 (按中性值 0.5 计) · 30% 0.50 30% +1.35
受众规模 9,879 订阅者 · 12% 0.50 12% +0.54
近期活跃 最近发帖 21 天前 · 10% 0.70 10% +0.63
Telegram 认证 无认证 · 4% 0.00 4% —
官网互链 无关联工具 · 4% 0.00 4% —
近期动态
在 Telegram 查看全部"Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee television sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef.
*
Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota waamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti deebi'e😋
Shammarran tokko
tokko gaafii akkasii dhiisa isin jedha Mujaahid Rashiid 😂
2,260 次浏览 图片/视频
Hardha,
yemmuu wal arginu
Natti maramiitii
qabii na haammadhu
Akka waan, ani bor du'uutti
Bor ammoo,
Natti kaadhuu ofitti na qabi
Akkan waanan, du'ee du'aa ka'ee
Deebi'ee dhufeetti
Ermias ✍🏾
@orolovechats
2,380 次浏览 图片/视频
https://t.me/boost/orolovechats
3,220 次浏览
Dhiirti irra hedduun haadha manaa isaanii dura du'an.
Uumama, hortee ykn sanyirraahii miti. Dhiironni hedduun ifumaaf suuta suutaan if ajjeesu.
Gaafa dura Jaarsa tahu sanirraa eegalee;
Dhiheessaan isa.
Ka rakkoo furu isa.
Kan eegu isa.
Gaafa kana ilma namaa tahuu isaa firraa dhiisa.
-Dhiibbaa hunda callisee fudhatee deema
-Cinqama (stress) akkuma normal tahee tokkotti deemaan.
-Sodaa waan jedhamu dirqama isaa godhateeti osoo maatiin hin geenye qabatee deemaan.
Aadaa hawaasa keenyaatu dhiirti dhugaa tan komataa ooltu akka hin taane barsiise.
Dhiirti dhugaa;
Ni qamaati.
Ni aarsiti.
Waan argat…
4,350 次浏览
" Fedhii koo malee si jaalladhe.
●Ati hunda caalaa bareedduu waan taateef miti, garaan kee bal'aa, yaanni kees gadi fagoo waan ta'eefi. Bareedinni yeroo muraasaaf ija namaa hawwata; amalli gaariin garuu bara baraan onnee namaa keessa jiraata.
Namni bareedina qofa jaallatu, yeroo hunda gowwaadha. "
Bahara jaalalaa(Mahmoud Darwish)
4,790 次浏览 图片/视频